English Afaan Oromo Dictionary logo English Afaan Oromo Dictionary

English Afaan Oromo Dictionary

by Orosoft Tech

🗂️ Books & Reference

🆓 free

4.9/5 ( 543+ reviews)
Android application English Afaan Oromo Dictionary screenshort

Features English Afaan Oromo Dictionary

Orooroo Dictionary!Kuusjecha kanaan walumaa gala jechoonni akka jechaatti hikaman jechoota kuma jaatamii jahaa oliidha.
.Haa tau malee faraja/translation isaa duukaa wal qabatee jechoonni nuti fayyadamne kuma dhibba sadii olidha.
Dimshaashatti guddina Afaanichaaf shoora olaanaa qaba jennee yaanna..Galmeen jechootaa kun namoota Afaan Oromoo barachuu barbaadanif gumaacha guddaa ni taasisa.
Akkasumas barnoota babalisuuf, qunnamtii ummataa cimsuuf, saayinsiii fi teeknooloojii tamsaasuufis gaheen inni qabu salphaa miti.
.Fuulduree/FutureAmmaaf hojiin hojjenne kun gama app Android Dikshinarii Afaan Oromootiin gumaacha guddaa godheera jennee yaanna.
Tauus garuu kun hanga safara guddina uummatichaa fi qooqichaan gahaadha jennee hin yaannu.Kanaafuu ammas itti fufuun hojii kana qabiyyee isaanis taee qulqullina isaan babaldhisnee akka hojjennu ofiif waadaa seenuu barbaanna.Orooroo Dictionary.

Secure & Private

Your data is protected with industry-leading security protocols.

24/7 Support

Our dedicated support team is always ready to help you.

Personalization

Customize the app to match your preferences and workflow.

Screenshots

See the English Afaan Oromo Dictionary in Action

English Afaan Oromo Dictionary Screen 1
English Afaan Oromo Dictionary Screen 2
English Afaan Oromo Dictionary Screen 3
English Afaan Oromo Dictionary Screen 4

Get the App Today

Download on Google Play

Available for Android 8.0 and above